''Bulchiifni Magaalaa Finfinnee Maaster pilaanii haaraa baasuf, Kutaa magaalaa lakkoofsan baay’isuufi'' jedhamee, midiyaalee Hawaasaa adda addaa irra kan oofamaa jiru, #soba ta’uu Uummatni hubatee, ololli deemaa jiru, dhugummaa akka hin qabne bulchiifni Magaalaa Finfinnee Ni hubachiisa!
- Mayor Office
@YeneTube @FikerAssefa
- Mayor Office
@YeneTube @FikerAssefa